Aanga’oota Dargii murtoon du’aa irratti darbee ture gara umrii guutuutti fooyya’eef

Finfinnee, Muddee 11, 2013 (FBC) – Aanga’oota Dargii waggoota 30 darbaniif Imbaasii Xaaliyaanii Finfinneetti argamu keessa kola galanii turan murtoon du’aa irratti darbee ture gara umrii guutuutti fooyya’eef.

Fooyya’iinsa taasiifame Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen mallattoo isaaniin raggaasisaniiru.

Aanga’oota mootummaa Dargii kan turan leetanaal koloneel Birihaanuu Baayehii fi Leetanaan jeneraal Addis Tadlaaf murtoon du’aa irratti darbee ture gara umrii guutuutti fooyya’eefira.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment