Aanga’oonni waraanaa Kooriyaa Kibbaa, Jaappaanii fi Ameerikaa dhimma nageenyaa naannawaarratti mari’achuufi

Finfinnee, Bitootessa 20, 2014 (FBC)– Ajajaan waraanaa Kooriyaa Kibbaa Woon Inchool akkasumas gitni isaanii Ameerikaa fi Jaappaan Maark Miilii fi Koojii Yamaazaaki guyyaa boruu dhimma nageenyaa naannawaarratti akka mari’atan ibsameera.

Aanga’oonni kunnee Hawaayitti argamuun kan mari’atan ta’uu CGTN gabaaseera.

Ityoophiyaa:-Haa Misoomsinu,Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment