Finfinnee, Fulbaana 8, 2016 (FBC) – Naannoo Giddugaleessa Itiyoophiyaa Aanaa Sooddootti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 4 yoo darbu, namoota 4 irra miidhaan qaamaa cimaan qaqqabuu ibsameera.
Konkolaataan deddeebisa uummataa FSR jedhamu namoota 49 fe’ee imalaa ture konkolaataa Laandi Kiruuzaar jedhamuun beekamu waliin walitti bu’uun balaa kana qaqqabsiisuu ibseera.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.