Aanaa Maannaa mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Biiliiddaatti barattuun qormaatarra turte Ilma dhiiraa da’uu ibsame

Finfinnee, Sadaasa 2, 2014 (FBC) – Godina Jimmaa Aanaa Maannaa mana barumsaa sadarkaa 2ffaa Biiliiddaatti  barattuu Luulaa Yesuuf qormaatarra wayita turtetti Ilma dhiiraa nagaan oofkaluu Waajjirri Barnootaa aanichaa beeksiise.
Barattuu Luulaa Yesuuf Buufata Fayyaa naannichatti argamu keessatti ciniinsurra osoo jirtu qoramaa kan turte yoo ta’u  nagaan oofkaluu ishee ibsameera.

Yeroo ammaa isheenis daa’imni ishees haala gaarirratti kan argaman ta’uu ibsameera.

Abduurahimaan Mahaammadiitu gabaase.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment