Aanaa Kuyyuutti Manni Barumsaa Ifaa Boruu sadarkaa 2ffaa Biriitii eebbifame

Finfinnee, Adooleessa 4, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Kuyyuutti Manni Barumsaa Ifaa Boruu sadarkaa 2ffaa Biriitii baasii Birri Miliyoona 34.4n ijaarrame ebbifame.

Manni barumsichaa kutaalee barnotaa, Bulchinsaa, kutaa yaalii fi mana dubbisa kitaabaa kan guuttate ta’uu ibsameera.

Hoggantoonni Godichaa fi aanichaa sirna eebbicharratti argaman sagantaa Ashaaraa magariisaan biqiltuu dhaabuu isaanii ragaan Waajjira Dhimmoota Kominikeeshinii aanichaarraa argame ni muul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment