Aanaa Iluutti Pirojektoonni Birrii miiliyoona 125 oliin ijaaraman xumuramuun eebbifaman

Finfinnee, Adoolessa 2, 2016 (FBC)- Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Iluutti Piroojektoonni Birrii miiliyoona 125 oliin ijaaraman xumuramuun eebbifamaniiru.,

Saganticharratti Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu Tasammaa fi Hoggaantoonni biroon argamaniiru.

Mootummaan Pirojektoota misoomaa garaagaraa yeroo qabamefitti qulqullinaa fi baay’inaan ijaaruun tajaajilaaf banaa jiraachuu ragaan Biiroo Kominiikeeshinii Oromiyaarrraa argame ni mul’isa.
#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment