Aanaa Gommaa buufataa filannoo Dooktar Abiy itti dorgomanitti bu’aan sagalee filannoo yeroo ifoome

Finfinnee, Waxabajjii 15, 2013 (FBC) – Godina Jimmaa aanaa Gommaa buufataa filannoo Bashaahaa Sokoteetti bu’aan filannoo yeroo ifoomeera jedhame.
Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Godina Jimmaa Aanaa Gommaa buufata filannoo Bashaashaa Sokoteetti dorgomuun isaanii kan yaadatamuudha.
Muktaar Xahaatu gabaase.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment