Finfinnee, Waxabajjii 28, 2013 (FBC)-Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ejersa Lafoo ganda Bitee Ejersa Lafootti balaa tiraafikaa qaqqabeen lubbuun namoota 7 darbeera.
Balichi Konkolaataa Izuuzuun Finfinneerraa gara Lixaatti imalaa turee fi konkolaataan minibaasiin magaalaa Giinciirraa gara Finfinnee imalaa turee walitti bu’uun qaqqabeera.
Balaa qaqqabeen lubbuun namoota 7 yoo darbu, hedduun ammoo miidhaa qaamaaf saaxilamuu ragaan waajjira kominikeeshinii Aanaa Ejersaa Lafoorra argamee ni muul’dhisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.