Aanaa Dugda Daawwaatti Birriin 452,800 ol ABO Shaneen lafa keessaa qotamee dhokfame to’atame

Finfinnee, Gurraandhala 5, 2013 (FBC)- Godina Gujii Lixaa Aanaa Dugda Daawwaa ganda Wolgeyiitti Birriin 452,800 ol ABO Shaneen lafa keessa qotamee dhokfame to’annaa jala ooleera.
Maallaqichi sakattoo qaamolee nageenyaa fi hirmaannaa uummataatiin to’annaa jala ooluusaa himameera.
Akka gabaasa OBNtti itti gaafatamaan Waajjira bulchiinsaa fi nageenyaa godinichaa, obbo Dastaa Ittaanaa, ABO Shaneen maallaqichi loojistikiif itti gargaaramuuf lafaa keessaa awwaluu ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Appilikeeshinii Faanaa Broodkaastiing Koorporeet https://play.google.com/store/apps/details… bilbila sochootuu keessanirratti fe’achuudhan Televiizhinii Faanaa, FM Finfinnee 98.1 fi Raadiyoo Biyyoolessaa hordofaa.
Viidiyoowwanis daawwadhaa.
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment