Aanaa Bulanii ganda Kujjiitti farreen nageenyaa 42 irratti tarkaanfiin fudhatame

Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) – Naannoo Beeniishaanguul Guumuuz aanaa Bulanii ganda Kujjiitti farreen nageenyaa lammiilee nagaarratti haleellaa raawwatan 42 irratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsameera.

 

Ajjeechaa lammiilee nagaarratti raawwate hordofee Raayyaan Ittisa Biyyaa farreen nageenyaa 42 irratti tarkaanfii fudhachuu eerrameera.

 

Raayyaan Ittisa Biyyaa meeshaalee waraanaa ergama badii raawwachuuf turan hedduus too’annoo jala oolchuu ragaan Biiroo Dhimmoota Koominikeeshinii Mootummaa naannichaarraa argame ni agarsiisa.

 

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

 

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

 

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment