Aanaa Algee Saachiitii Manni Barumsa Ifa Boruu sadarkaa 2ffaa Saachii eebbifame

Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Algee Saachiitii Manni Barumsa Ifa Boruu sadarkaa 2ffaa Saachii eebbifameera.

Itti gafatamaan Waajjira Barnoota Godina IluuAbbaa Boor obbo Kabbadaa Naggassuu manneen barnootaa Ifa Boruu Godinicha keessatti ijaaraman rakkoo manneen barnoota Godinichaa kan furan ta’uu dubbataniiru.

Maddi:-OBN

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment