Aanaa Adaamaatti hojiin kunuunsa qabeenya uumamaa jalqabe

=Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC)- Godina Shawaa Bahaa Aanaa Adaamaatti hojiin kunuunsa qabeenya uumamaa jalqabameera.

Itti gaafatamaa waajjira aanichaa Obbo Mokonnin Booraa ,qabeenyi uumamaa dhimma jiraachuu fi jiraachuu dhabuu waan ta’eef yeroo yeroodhaan kunuunsinee biyyoon akka bishaaniin hin haramne taasisuun dachee kunuunsuu qabna jedhaniiru.

Kunuunsa Qabeenya Uumamaa baroota darbanii irraa bu’aa guddaa akka argatan dubbachuun bara kanas daran cimnee hojjannee harama Biyyee dhambsiisuu akka qaban hirmaattonni himuu ragaan komikeeshinii aanaa Adaamaarra argamee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment