Finfinnee, Guraandhala 24, 2015 (FBC) –Ministirri Mimisteera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kamiil Ministira Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Somaaliyaa Biihi Imaan waliin mari’ataniiru.
Yaa’iin Ministirootaa Mootummoota Misoomaa Bahaa Afrikaa 2ffaan qopheessummaa Ityoophiyaan Finfinneetti gaggeeffameera.
Yaa’icha cinaatti Ministirri Mimisteera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kamiil Ministira Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Somaaliyaa Biihi Imaan waliin dhimmoota waloorratti mari’ataniiru.
Biyyoonni lamaan Qaxarrii hojii, yaa’iinsa hojjettootaa fi dhimmoota biroorratti tumsaan hojjechuuf walii galaniiru.
#Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.