Aadde Mufariyaat Kamiil Dirree Dawaatti argamuun Biqiltuu dhaaban

Finfinnee, Adooleessa 1, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Nageenyaa aadde Mufariyaat Kamiil Dirree Dawaatti argamuun biqiltuu dhaabaniiru.
Aadde Mufariyaat hoggansa bulchiinsa magaalaa Dirree Dawaa, Raayyaa Ittisa Biyyaa, Federaalaa, miseensoota Poolisii fi dargaggoota tola ooltootaa waliin ta’uun biqiltuu dhaabuu isaanii ragaan Minsiteera Nageenyaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment