Aadde Mufariyaat hojii raawwachiisaa olaanaa Faawundeeshinii Maasteer Kaardii waliin mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 26, 2015 (FBC) – Ministirri Ministeera Hojii fi Ogummaa Aadde Mufariyaat Kamiil jila Pireezidaantii fi hojii raawwachiisaa olaanaa Faawundweshinii Maasteer Kaardii Riitaa fooy waliin mari’ataniiru.

Faawundeeshinichi dargaggoota Afrikaa miiliyoona 30f carraa hojii amansiisaa fi mijataa uumuu ibsameera.

Baajata isaa keessaa % 75 hojiilee misoomaa Afrikaa keessatti raawwatamuuf ramaduu marii isaaniin kaasaniiru.

Jilichi hojiilee carraa hojii uumuu iddoolee garaagaraatti hojjetamaa jiru daawwateera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment