Finfinnee, Onkololeessa 12, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo yaa’ii idilee jalqabaa waggaa 1ffaa gaggeessaa jiruun muudama Itti aantuu Preezdaantii kaabinoota naanni raggasiiseera.
Manni marichaa muudama Preezdaantiin naannichaa obbo Oordiin Badiiriin itti aantuu preezdaantii dabalatee kaabinoota biiroolee naannichaa dhiyeessan sagalee guutuun raggaasiisuu ragaan Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii mootummaa naannichaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.