Finfinnee, Fulbaana 22, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo ummattoota Kibbaa Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa marsaa 6ffaa gaggeessaa jiruun Aadde Faaxee Sarmoolloo Af Yaa’ii mana Maree naannichaa taasiisuun filateera.
Aadde Faaxee Sarmoolloo Af Yaa’ii mana Maree naannoo Kibbaa ta’uun kakuu raawwataniiru.
Aadde Faaxeen Af Yaa’ii naannichaa duraanii waliin walharkaa fuudhiinsa aangoo raawwataniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.