Aadde Daagimaawwit Mogas Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Swiidiin waliin mari’atan

Finfinnee, Bitootessa 10, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Geejjiba aadde Daagimaawwit Mogas Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Swiidiin Haans Heenriik Loondiikiist waliin mari’ataniiru.
Turtii isaaniitin dhimmoota rakkoo damee geejjibaan jiru furuuf, carraawwan dameechaan jiraanitti fayyadamuuf dandeessisuu akkasumaas yaa’ii invastimantii geejjibaa Ityoophiyaa dhufurratti mari’ataniru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment