Finfinnee, Hagayya 25, 2015 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin durfamuu Bakka Bu’aa Dhaabbata Misooma Faraansaay waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota tumsa dabalataa piroojektoota Itiyoophiyaaf fayyadan tumsaan hojjechuurratti mari’achuu ibsameera.
Hojiileen hanga ammaatti tumsa Dhaabbatichaan hojjetaman kan jajjabeeffaman ta’uu mariichan ibsamuu ragaan Faraansayitti Embaasii Ityoophiyaarra argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Ityoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.