Aadde Baanchaayehu Diingataa Af Yaa’ii Mana Maree naannoo Gaambeellaa ta’uun filataman

Finfinnee, Fulbaana 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Gaambeellaa Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa gaggeesssaa jiruun Aadde Baanchaayehu Diingataa Af Yaa’ii naannichaa taasiisuun filateera.
Aadde Baanchii’aayehu Diingataa sirna kakuu raawwataniiru.
Miiftaa Abduurqaadirtu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment