Aadde Adaanech Manneen jireenyaa ijaaramaan kutaalee hawaasaaf dabarsan

Finfinnee, Fulbaana 19, 2017 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Manneen jireenyaa ijaaraman 75 jiraattootaaf dabarsaniiru.

Kutaa magaalaa Addis Katamaa Naannawaa Wiingeetii fi ‘Gabsi taraa’ jedhamuun waamamutti manneen gandaa sadarkaa gadi ta’an diiguun Gamoo Abbaa darbii 5 lama ijaaruun jiraattoota 75’f dabarsaniiru.

Goojjoo jiguuf duufaan ol qabuun imimmaan hiyyeessaa qoorsuu caalaa wanti nama gammachiisu hin jiru jedhan Aadde Adaanech saganticharratti.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment