Aadde Adaanech Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Fiinlaandi waliin mari’atan

Finfinnee, Guraandhala 25, 2016 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Itiyoophiyaatti Ambaasaddara Fiinlaandi Siinkaa Antilaa waliin mari’ataniiru.

Mariin isaaniis dhiimmoota walta’iinsaan hojjechuun danda’amurratti kan xiyyeeffate ta’uu gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Ambaasaaddar Siinkaa Antilaas yaadannoo Inifannoo Adwaa daawwachuufi hojiilee hojjetamaan dinqisiifachuu himaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment