Aadde Adaanech hojiilee Riifoormii Poolisii magaalaa Finfinnee daawwatan

Finfinnee, Onkololeessa 10, 2017 (FBC) – Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hojiilee Riifoormii Poolisii magaalichaa daawwataniiru.

Hoggantoonni olaanoon bulchiinsa magaalichaa sagantaa daawwannaa kanarratti argamuu ragaan Poolisii Magaalaa Finfinneerraa argame ni mul’isa.

#Oromia #Ethiopia

Comments (0)
Add Comment