Finfinnee, Fulbaana 3, 2017 (FBC) – Kantibaan magaalaa Finfinee Aadde Adaanech Abeebeen hojiilee misooma Koriidarii magaalaa Bishooftuu daawwataniiru.
Aadde Adaanech daawwannichaan booda Hoggantoota, Abbootii Gadaa, Haadholii Siinqee, Abbootii Amantaalee fi bakka bu’oota kutaalee hawaasaa waliin karoora hojii fi haala qindoominaan hojjechuun danda’amurratti mari’achuu fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
#Oromia #Ethiopia