Finfinnee, Fulbaana 24, 2016 (FBC)-Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hirmaattota Inisheetivii Hogganasaa Kantiibota Afrikaa (AMALI) waajjira isaanitti simataniiru.
Hirmaattoonni muuxannoo waljijjiirraa Kantiibota Afrikaa Finfinnee seenaniiru.
Waltajjii kanarratti Kantiibonni Magaalota Afrikaa fi ogeeyyii olaanoon akkasumas keessummoonni biroon akka hirmaatan ragaan Waajjira Kantiibaarraa argame ni mul’isa.
#Oromiyaa #Itiyoophiyaa
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegiraama https://t.me/afanoromofana
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.