Aadde Adaanech Ayyaana Iid Alfaxir ilaalchisuun ergaa hawwii gaarii dabarsan

Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Iid Alfaxir waggaa 1445ffaaf ilaachisuun ergaa hawwii gaarii dabarsaniiru.
Ergaa isaaniin ayyaanichi kan nagaa, kan obbolummaan tokkummaan itti dagaaguu fi kan jaalalaa akka ta’un hawwii gaarii qaban ibsaniiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment