Aadde Adaanech Abeebeen boqochuu Abunee Marqooreewoosiif gadda itti dhaga’ame ibsan

Finfinnee, Gurraandhala 25, 2014 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen boqochuu Abunee Marqooreewoosiif gadda itti dhaga’ame ibsaniiru.

Aadde Adaanech ergaa gama miidiyaa hawaasumaa isaaniin dabarsaniin boqochuu Abunee Marqoorewoosiif gadda itti dhaga’ame maqaasaanii fi maqaa uummata magaalaa Finfinneen ibsuu eeraniiru.

Lubbuu isaaniif Jannata hawwaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment