Aadde Adaanachii fi Ambaasaaddar Diinaan sagalee laatan

Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee aadde Aadde Adaanachi Abeebee fi Ambaasaaddar Diinaa Muftiin kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftootti argamuun sagalee laataniiru.
Sagalee laachuun booda biqiltuu Ashaaraa Magaariisaa dhaabaniiru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment