Aadde Adaanach Ministira Paablik Sarvisii fi Innooveeshinii hawaasaa Azaarbaajan waliin mari’atan

Finfinnee, Adoolessa 25, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Ministira Paablik Sarvisii fi Innooveeshinii hawaasaa Azaarbaajan Ulvii Meediyeev fi jila isaaniin waliin marii taasiisaniiru.
waliin mari’atan

karaa tajaajilli ammayyaa fi si’ataa giddugala tokkotti kennamuu dandeessisu irratti mari’achuu Aadde Adaanach fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Tajaajila magaalaa keenya madaalu kennuuf tattaaffii taasifnu keessaa muuxannoo qaban nuuf qoodaniiru jedhan.

Yeroo itti aanuttis deeggarsa teeknikaa ( ogummaa ) akka nuuf taasisanii fi wal tumsuun akka hojjannu walii galleerra jechuun ibsaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment