Aadde Adaanach manneen 133 lammiilee harka qalleeyyiif dabarsan

Finfinnee, Adoolessa 11, 2015 (FBC) –Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen kutaa magaalaa Gullalleetti manneen 133 lammiilee harka qalleeyyiif dabarsaniiru.

Magaalichatti hojiileen gaaffii hawaasaa deebisanii hedduun hojjetamaa jiraachuu Aadde Adaanach eeraniiru.

Hojiin tumsaan hojjechuun cimee akka itti fufu yaadachiisaniiru.

Manneen baatiwwan Caamsaa fi Waxabajjii keessa Manneen waliin jireenyaa hojjetamanii xumuraman jiraattoota sababoota adda addaan rakkoo hamaaf saaxilaman 133f dabarfamuu Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Kutaa Magaalaa Gullallee Obbo Tasfaayee Oomeegaan ibsaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment