Aadde Adaanach kutaalee hawaasaa garaagaraaf maaddii qoodan

Finfinnee, Mudde 29, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen giddu gala nyaataa Amuddiitti argamuun kutaalee hawaasaa garaagaraa waliin maaddii qoodataniiru.

Aadde Adaanach, qooda fudhattoota hawaasa harka qalleeyyii kanneen nyaachisuuf ga’ee isaanii ba’an hunda galateeffataniiru.

Ayyaanichi kan jaalalaa, gammachuu, tokkummaa fi fayyaa akka ta’u hawwuu isaanii ragaan Waajjira Kantibaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment