Aadde Adaanach Kutaa Magaalaa Qiirqoositti argamuun lammiilee harka qalleeyyii waliin maaddii qoodatan

Finfinnee, Fulbaana 1, 2015 (FBC) –Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Kutaa Magaalaa Qiirqoos Giddu gala Nyaataa Tasfaa Birihaanitti argamuun maaddii qoodaniiru.

Lammiilee deeggarsa barbaadaan waliin walitti qabamuu; Jaalala kennuudhaan yeroo waliin dabarsan eebbifaa fi gammachuu argamsiisa.

Arjummaan bu’aa argamsiisa! Onnee qulqulluu fi arjoomtoota dabalataa nuuf yaa kennu jedhan.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment