Finfinnee, Bitootessa 17, 2015 (FBC) – Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen haala yeroorratti jiraattoota magaalichaa waliin mari’ataniiru.
Marichaan dhimmoota xiyyeeffannnoo barbaadanii fi sirreeffamuu qabanirratti kallattiin furmaataa kaa’amuu Aadde Adaanach fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.
#Oromia #Ethiopia
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.