Aadde Adaanach Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Faransaay waliin mari’atan

Finfinnee, Amajjii 23, 2016 (FBC) – Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Faransaay Reemii Maarshee waliin mari’ataniiru.

Haala addababayii Dagool deebisanii misoomsuun danda’amuu fi tajaajila geejjibaa ilaalchisee marii bu’aa qabeessa taasiisuu Aadde Adaanach fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment