Aadde Adaanach hawaasa daldalaa waliin mari’atan

Finfinnee, Mudde 14, 2016 (FBC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee fi hoggantoonni olaanoon bulchiinsa magaalichaa hawaasa Daldalaa waliin haala yeroorratti mari’atan.

‘Sirna Daldalaa Ammayyaa’e Guddina Galii fooyya’aaf’ mata duree jedhuun mari’ataniiru.

Tajaajila damichaa ammayyeessuun hawaasa daldalaaf haala mijataa uumuf mariin kun murteessaa ta’uu ibsameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment