Aadde Adaanach guyyaa Gaarummaa sababeeffachuun jiraattoota kuma 1 oliif kennaa ayyaanaa laatan

Finfinnee, Qaammee 3, 2013 (FBC) – Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee guyyaa Gaarummaa sababeeffachuun jiraattoota kuma 1 oliif kennaa ayyaanaa laataniiru.

Qaammeen 3, Guyyaan Gaarummaa addabaabayii Michummaatti kabajamaa jira.

Sirna kanarratti Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee AAdde Adaanach Abeebee dabalatee hoggantoonni olaanoon bulchiinsa magaalichaa argamuu AMN gabaaseera.

Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

 

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

 

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

 

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment