Aadde Adaanach giddugala guddisaa fi tursiisa daa’imman dubartootaa Qacanee daawwatan

Finfinnee, Sadaasa 11, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaala Finfinne aaddee Adaanach Abeebee guyyaa kabaja daa’immaan addunyaa sababeeffachuun giddugala guddisaa fi tursiisa daa’imman dubartootaa Qacanee daawwataniiru.

Daa’imman kanaafis walaloo dubbisuun, meeshalee qulqullinaa fi barnootaa arjoomaniiru.

Guyyaan daa’immanii akka addunyaatti yeroo 13ffaaf akka Ityoophiyaatti ammoo yeroo 15ffaaf kabajama jira.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo

https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

 

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa

Comments (0)
Add Comment