Finfinnee, Mudde 28, 2015 (FBC) – Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Ayyaana Qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Hirdoftoota Amantaa Kiristiyaanaa fi ummata biyyattii maraan Baga guyyaa dhaloota Gooftaa keenya Iyyasuus Kiristoos nagaan geessan jedhaniiru.
Aadde Adaanach ergaa fuula miidiyaa hawaasa isaanirratti dabarsaniin, “Ayyaana jaalalaa fi araara kana yeroo kabajnu akka ummataatti dhiifama, jaalala, mararfannaa fi waldeeggeruun ta’uu akka qabu hundi keenya yaadachuu qabna” jadhan.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Teelegraama https://t.me/afanoromofana
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.