Aadde Adaanach dabalatee hoggantoonni olaanoon tajaajila geejjiba bilisaa kennaa jiru

Finfinnee, Qaammee 4, 2014 (FBC) – Kantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebee dabalatee hoggantoonni olaanoon magaalichaa guyyaa tajaajiltummaa sababeeffachuun tajaajila geejjiba bilisaa kennaa jiru.
Qaammee 4 guyyaa tajaajiltummaa sababeeffachuun Awutoobisoota haaraa har’a eebbifaman 110 dabalatee Awutoobisoonni dhaabbata Geejjiba heddummataa Shaggarii fi Anbassaan bilisaan tajaaila kennuurratti kan argaman ta’uu ragaan Waajjira Kantibaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment