Aadde Adaanach Abeebeen lafa kaaree meetira kuma 42 ol ijaarsa Waldaa Misooma Amaaraaf oolu laatan

Finfinnee, Caamsaa 15, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebe lafa kaaree meetira kuma 42 fi 200 ijaarsa Waldaa Misooma Amaaraaf oolu laataniiru.

Aadde Adaanach kaarta lafichaa preezdaantii Mootummaa Naannoo Amaaraa obbo Agaanyaaw Tashaaraaf laataniiru.

Sagantaan jalqabbii ijaarsa Waldaa Misooma Amaaraa magaalaa Finfinneetti eegalchiisuu Paarkii Tokkummaa keessaatti gaggeeffamuu ragaan waajjira Prees  Seekreetariyaat magaalaa Finfinneerraa argamee ni muul’dhisa.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

Comments (0)
Add Comment