Aadde Adaanach Abeebeen kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftootti ijaarsa giddu gala to’annoo balaa Ibiddaaf dhagaa bu’uuraa kaa’an

Finfinnee, Bitootessa 11, 2014 (FBC) – Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen kutaa magaalaa Nifaas Silk Laaftoo naannoo Buufata Kuduraa fi Muduraatti ijaarsa giddu gala to’annoo Balaa Tasaa fi Ibiddaaf dhagaa bu’uuraa kaa’aniiru.

Gamoo abbaa darbii 6 ijaaruuf dhagaan bu’uuraa kan kaa’ame yoo ta’uu, ijaarsa isaa waggaa 1 fi baatii 6 keessatti xumuruuf ni hojjetama jedhame.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment