Aadde Adaanach Abeebeen kutaa Magaalaa Liddataatti Piroojektoota garaagaraa eebbisiisan

Finfinnee, Adoolessa 13, 2014 (FBC) – Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee Kutaa Magaalaa Liddataatti Piroojektoota garaagaraa Birrii miiliyoona 40’n ijaaraman eebbisiisaniiru.
Manneen jireenyaa fi suuqiiwwan dabalatee piroojektoonni Birrii miiliyoona 40 oliin ijaaraman eebbifamaniiru.
Piroojektoota namarratti xiyyeeffatan guyyoota 60 keessatti hojjetaman ta’uu eerameera.
Piroojektootni kunneen qindoomina Dhaabbata ‘MIDROK’n fi Baankii Daashiniin kan ijaaraman ta’uus eerameera.
Maahileet Taklabirihaantu gabaase.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment