Aadde Adaanach Abeebeen gamoowwan kutaa magaalaa Qirqoositti ijaaraman namoota harka qalleeyyiif dabarsanii laatan

Finfinnee, Adoolessa 7, 2014 (FBC)- Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen gamoowwan namoota harka qalleeyyiif kutaa magaalaa Qirqoos aanaa 8 itti ijaaraman namoota harka qalleeyyiif dabarsanii laachuu ibsame.

Gamoowwan kunneen jiraattotaaf dabarfamanii kan laataman akkaata bal’ina mana isaanii duraatiin ta’uu ibsameera.

Dabalataanis Aadde Adaanach gamoowwan 2 mana barnootaa Yelibbee Faanaa keessatti ijaarsisan dabarsanii kennuu ragaan Waajjira Kantiibaa magaalichaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment