Aadde Adaanach Abeebeen daa’imman waliin biqiltuu dhaaban

Finfinnee, Waxabajjii 26, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee daa’imman waliin biqiltuu dhaabaniiru.

Aadde Adaanach Abeebee fuula Feesbuukii isaaniin akka ibsanitti daa’imman kuma 1 kutaa magaalaa garagaraarra waliitti babba’aan waliin biqiltuu dhaabaniiru.

Sagantaan Ashaaraa Magariisaa ‘Ityoophiyaa haa uwwisnuu’ jedhun kan jalqabee yoo ta’u, guyya har’aas kutaa Magaalaa Yakkaa Faransaayitti biqiltuun dhaabbateera.

Ganna bara kanaatinis sadarkaa Finfinneetti bililqtuu miiliyoona 7.5 dhaabuuf karoorfameera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment