Aadde Adaanach Abeebee Kaantibaa magaalaa Finfinnee ta’uun muudaman

Finfinnee, Fulbaana 18, 2014 (FBC) – Yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa mana maree bulchiinsa Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa jiruun Aadde Adaanach Abeebee Kaantibaa magaalaa Finfinnee ta’uun muudamaniiru.
Dhiyeessummaa Itti gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhinaa magaalaa Finfinnee obbo Mallas Alamiin Aadde Adaanach Abeebee sagalee guutuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee ta’uun muudamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna
Filatamoo
Comments (0)
Add Comment