Aadde Adaanach Abeebee abbootii qabeenyaa damee garagaraa irratti bobba’an waliin marii’atan

Finfinnee, Amajjii 6, 2013 (FBC)- Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee abbootii qabeenyaa damee garagaraa irratti bobba’an waliin marii’ataniiru.
Maricharratti aadde Adaanach abbootiin qabeenyaa damee dhuunfaa n bpobba’an dorgomaa haqaa ta’uun, guddina magaalaaf ga’ee akka bahataniif bulchiinsi magaalichaa qajeelfama ifaa fi itti gaafatamummaa qabu dirrirsuuf hojjechaa jiraachuu ibsaniirtu.
Hoogganaan waajjira Paartii Badhaadhinaa Finfinnee obbo Mallas Alamuu gama isaniin, abbootiin qabeenyaa hirmaannaa guddina fi badhadhinarratti qaban olaanaa ta’uu ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment