Aadde Adaanach Abeebe dargaggoota magaalaa Finfinnee galateeffataan 

Finfinnee, Fulbaana 11, 2014 ( FBC)- Itti aantuun kaantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee dargaggoonni magaalaa Finfinnee magaalaa keessaaniifis ta’ee nageenyaa fi tasgabbii Ityoophiyaaf shooraa ba’aa jirtaaniif galanni kiyyaa isiin haa qaqqabuu jedhaniiru.

Sagantaa mata duree ‘anii magaalaa kiyyaaf waardiyyaadha’ jedhuun leenjii nageenyummaa bu’uuraa kan fudhataan dargaggoonni tola ooltoota kumni 27 ol kutaa magaalaaa adda addaarra walitti babba’aan gara hojiitti galuusaanii himaniiru.

Aadde Adaanach jiraattoonni kutaa magaalaa hundi dargaggootaa tola oltootaa kanneeniif tumsa barbaachisaa akkaa taasisaniif asumaarraa dhaamuun barbaadaa jechuun fuulaa miidiyaa hawaasaaniirratti ibsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

Comments (0)
Add Comment