Aadaa fi duudhaa waliin jireenyaa ummata Somaalee guddisuuf xiyyeeffanaan kennamee hojjetamaa jira

Finfinnee, Muddee 3, 2013 (FBC) –Aadaa fi duudhaa waliin jireenyaa ummata Somaalee guddisuuf xiyyeeffanaan kennamee hojjetamaa jira.
Aadaa fi duudhaa waliin jireenyaa ummata Somaalee guddisuuf xiyyeeffanaan kennamee hojjetamaa jiraachuu Hogganaan Biiroo Aadaa fi Tuuriizimii Naannichaa Eeliyaas Habiib ibsaniiru.
Hogganaan Biiroo Aadaa fi Tuuriizimii Naannoo Somaalee Eeliyaas Habiib aadaa, afaan fi duudhaa waliin jireenyaa ummata Somaalee cimsuu cinaatti hojiiwwan garagaraa hojjetamaa akka jiru eeraniiru.
Mootummaan Aadaa, seenaa, afaanii fi eenyumaa ummata Somaalee guddisuuf xiyyeeffanna itti laatee prokjaktoota garagaraa kalaqun gara hojiitti galuu ibsaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
Comments (0)
Add Comment