Pireezidaanti Shimallis Jila Barreessaa Paartii Koministii Chaayinaa waliin mari’atan

Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Jila Barreessaa Paartii Koministii Chaayinaa Kutaa Biyya Niinzhiyaa, Liyaangi Yaanshuun duurfamu waliin mari’ataniiru.

Marii Wajjira Pirezidaantii mootumma Naannoo Oromiyaatti taasifame, dhimmoota aadaa, afaanii fi diinagdee irratti kan xiyyeeffate ta’uun ibsameera.

Obbo Shimallis maricharratti Zooniin Dinagdee Addaa Gadaa, muuxannoo adeemsa dinagdee Chaayinaa irraa argameen kan jalqabame ta’uu himuun, qaama inisheetivii “Belt and Road” waan ta’eef, Chaayinaarraa deeggarsa gaafachuu ragaan waajjira pireezidaantiirraa argame ni mul’isa.

Walitti dhufeenyi obbolummaa Naannoo Oromiyaa fi Chaayinaa kutaa biyya Niinzhiyaa waggoota hedduu kan lakkoofsiseef i seenaa qabeessa ta’uun eerameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Filatamoo
Comments (0)
Add Comment