Yuunivarsiitiwwan Jimmaa, Salaalee fi Wallaggaa barattoota qormaata kutaa 12ffaa fudhatan simachaa jiru

Finfinnee, Onkololeessa 5, 2015 (FBC) –Yuunivarsiitiwwan Jimmaa, Salaalee fi Wallaggaa barattoota qormaata biyyaalessaa Saayinsii Uumamaa kutaa 12ffaa fudhatan simachaa jiru.

Yuunivarsiitiin Jimmaa barattoota qormaata biyyaalessaa Saayinsii Uumaamaa fudhatan kuma 16 simachaa jira.

Yuunivarsiitiin Salaaleecfi Walkaggaas s Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Saayinsii Uumamaa kutaa 12ffaa simachaa jiraachuu isaanii ragaan fuula Yuunivarsiitiwwan kanneenirraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

Comments (0)
Add Comment